Common.Cancel
Cancel
6
Applied
2 comments
Dec 11, 2019 at 06:16
Cufin close isa jedhuufi dha. Cancel ammoo haqi irra filatama.
Dec 14, 2019 at 20:01
Cancel kan jedhu "dhiisi" jecha jedhuutu sirritti bakka bu'a jedheen yaada... maaliif yoo jeettan 'haqi' kan jedhu hiikkaa balleessi jedhu qaba naannoo hedduutti. Fkn maqaan kee galmee irraa haqamee jira. Kan jedhu keessatti haqame kan jedhu balleefame hiika jedhu fudhata. DHIISI kan jedhu ammoo gocha san irraa deebi'i jechuuf taya
Add Translation