Recent Comments
Lakkoofsa bilbilaake qooduu?
Conversation.ShareBotContactConfirmationTitle
Sirna tuqaalee hin eegnee (bilbilaake)
إساف,
Oct 18, 2020 at 14:42
Cufi
Common.Cancel
Cancel kan jedhu "dhiisi" jecha jedhuutu sirritti bakka bu'a jedheen yaada... maaliif yoo jeettan 'haqi' kan jedhu hiikkaa balleessi jedhu qaba naannoo hedduutti. Fkn maqaan kee galmee irraa haqamee jira. Kan jedhu keessatti haqame kan jedhu balleefame hiika jedhu fudhata. DHIISI kan jedhu ammoo gocha san irraa deebi'i jechuuf taya
Deleted Account,
Dec 14, 2019 at 20:01
Cufi
Common.Cancel
Cufin close isa jedhuufi dha. Cancel ammoo haqi irra filatama.
Deleted Account,
Dec 11, 2019 at 06:16